Murre Tips

Murre Tips

Share

Founder & CEO of Tipulse.com | Digital Entrepreneur.

26/09/2026
26/09/2026

Hello Traders!! 😍😀
Akkuma beekamu, guyyaan har’aa Forex irraa bilisaadha. 📊🚫
Garuu boqonnaa jechuun guyyaa guutuu hojii malee dabarsuu miti! 😎
Yeroo kana business biraa barachuu fi irratti hojjechuu dandeessa. 💪🔥
Ani hojii keessanif kanneen lamaan gorsa: 👇
1️⃣ Digital Product
💻 Yaada kee gara product dijitaalaatti jijjiiruun akkamitti galii uumuu akka dandeessu baradhu:
👉 https://tipulse.com/courses/digitalproduct/
2️⃣ YouTube Automation
🎥 YouTube irratti content uumuu fi channel kee businessitti jijjiiruu akkamitti akka dandeessu baradhu:
👉 https://tipulse.com/courses/youtube-automation/
Forex qofa irratti hin hirkatiin.
Skill tokko caalaa qabaadhu. 💰🚀

Join us on Telegram : ➡️ https://t.me/murretips

25/09/2026

Mallattoo 7 Umrii Kee Qisaasaa Jiraachuu kee Mullisan — Garuu Akka waan Gaarii irra Jirtuutti Yaadda!

Dhugaa haa dubbannu: namoonni baay’een umurii isaan keessa jiran irratti of Barbaadaa hin jiran. Suuta suutaan of dhabaa jiru — murtoo laafaa tokko tokkoon umrii isaanii balleessaa jiru.
Garuu badiin kun akka waan gaarii hojjachaa jirtutyi sitti mullata. Suuta suutaan si dhabamsiisaa jira.
Dhugaan hadhaa’aa 7 Umrii kee balleessaa itti jirtu kunoo :-

1️⃣ Milkaa’ina Xixiqqaa Akka Injifannoo Guddaatti Kabajja.

2️⃣ “Yeroo Ammallee Qaba” Jettee Ofitti Himta.

3️⃣ Yeroo Hunda Hojii Hedduu Qabda, Garuu Waan Tokko Hin Ijaartu.

4️⃣ “Vibe” Karoora Fuulduraa Seetee Dogoggorta

5️⃣ Kophaa Ta’uu Jibbita.

6️⃣ Yeroo Hunda Baratta, Garuu Hojii Irra Hin Oolchu.

7️⃣ Comfort Kee Milkaa’ina Seeta.

Yoo dhugumaan dammaqxee, jireenya kee karaa addaatiin geggeessuu barbaadde, comment irratti:
“AMMARRAQ WAGGAA KIYYA HIN QISAASU”
jedhii komentii godhi.

Category

Address

Addis Ababa