M Tade

M Tade

Share

Waaqayyo gaaridha

19/05/2023
10/08/2022

Namoonni tokko tokko hiriyaa keeti garuu jireenya keettimmo gufudha.....waan kana namoota mudanno isaa qabantu beeka

31/07/2022

Qabeenyi keenya qulqullun nuti qabnu waaqayyoo qofaadhaa.....inni kaan.....😗😗

11/07/2022

Bara dhumaa jirtu kana keessa isa durii caala waaqayyootti dhihaachuun gaaridha

03/07/2022

=

25/05/2022

Bara dhufee darbu keessatti geggeesuu keen ilaalaa jiraadha
Maalan sodaadha....

24/03/2022

Sin amana
Isa dubbattef

08/03/2022

Nagaa maddisiisaa maqaan kee yesuus

21/02/2022

Waan tokko nan beeka raawwate akkati nan dhiisne...

13/01/2022

Eenyumma ko akkam mohuuf
Naaf baayisi ayyana kee

13/01/2022

Eenyumma ko akkam mohuuf
Naaf baayisi ayyana ke

M Tade Send a message to learn more

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M Tade posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.