Today Multimedia
Atiis eenyuu gadii mitii, Tattaafadhu👌 https://t.me/Oftanettv OFTANET TV~ New Generation Media! Everyones visit this channel! THANK YOU! GALATOOMAA!
Oftanet tv YouTube channel uploading Ethiopian Afaan Oromoo Entertainment video every daily! you can get , Funny video, Educational video and Entertainment videos. If you are first coming to my YouTube channel don't forget subscribe and share for your friends! OFTANET TV ~ New Generation Media! Oftanet tv YouTube channel irratti video bashannansiisoon Afaan Oromoo guyyaa hundarraa Ol fe'ama! Namni kamiyyuu yeroo gara YouTube channel kanaatti dhufte, Viidiyoo Bashannansiisoo, Viidiyoo Barsiisoo fi Viidiyoo kolfaa baayyee argattu! Yoo YouTube channel kanaaf haarawa taate Subscribe gochuu, Akkasumaas hiriyyoota keef qooduu/Share gochuu hin dagatinaa!
12/08/2026
Dhaggeesseettaaree tarii
Faallaa wareega irbuu
Kan Oromoon tokko boo'ee
Oromoon tokko sirbu
Nageenya lammii saamuun
Karra teenya lixanii
Haadha fi ilmoo danuu
Wal irratti fixanii
Miidhamni keenya ibsuuf
Homaa hin qabu fakkii
Badiin hangana geessu
Maaluma keenya yakki?😭
Qooda gahee keessanii
Namni hundinuu bahaa
Ummata dhumaa jiruuf
Koottaa sagalee tahaa!
godhaa sagalee waliif haa taanuu!
11/08/2026
Gartee garaagarummaa nama keenyaa fi jaraa,
Faannoon hidhattee ummata lafarraa akooyti
Xibaartuuleen teenya tannee akka ololaa dhunfaa fi fedhii dhunfaan haguugamtee, muka Poolii qabattee bashannanaa oolti 😭 😭
02/05/2026
1Day Multimedia 1Day Multimedia is live
Deesseekoo🥹
21/04/2026
Today Multimedia Deebisa Caalaa Bultume – Teddy Afrotiif ለቅሶ ብቻ 🔥 |Oromo Response Song 2026 ዳስ ጣል
Hacee Ilma Hundeessaa
Ati yoomui jirta nu keessa!
20/04/2026
Wayinii Ruunii taphattoonni Siitii akka malee gammachuu isaanii ibsachuun deebi'ee akka isaanitti diina hin taanen sodaadha jedhe.
Taphattoonni Maanchister Siitii yeroo mo'atan gammachuun isaanii daangaa hin qabu ture. Dhuguma ammoo osoo mo'amanii jiraatan silaa waancaa mo'achuu Arsenaal shakkii hin qabu ture.
Amma garuu lameenuu carraa wal qixa kan qaban yoo tahu taphoota hafantu murteessa.
20/04/2026
https://youtu.be/S2THvhF5-Og?si=1DEl0spmsR9SsvLy
Today Multimedia 28 likes, 8 comments. "Deebisa Yosan Getahun Teddy Afro'f deebise – ባለገር (Official Video) | New Oromo Music 2026 🔥"
17/04/2026
Gatiin boba'aa gadi bu'eera.
Ulaan guutummaatti banamu hordofee gatiin boba'aa baay'ee hir'ate.
Ministirri Haajaa Alaa Iraan Ulaan Hormuuz guutummaan guutuutti banamuu labsuu booda gatiin boba'aa barmeela tokkoo akka malee gadi bu'eera.
Erga dhaamsi kun dhagaahamee gatiin boba'aa barmeela tokkoo duraan $98 ture gara $90 gadi bu'eera.
Gatiin boba'aa sadarkaa gabaa Ameerikaa(NYMEX light sweet crude,) jedhamus gadi bu'eera.
Waraanni Iraan eegaluu dura gatiin bob'aa barmeela tokkoo $70 ture. Bitootessa keessa wayita waraanni hammaatu ammoo hanga $119 gaheera.
Click here to claim your Sponsored Listing.