Beka Design

Beka Design

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Beka Design, Addis Ababa.

BEKA G R A P H I C S offers professional services in Graphic Design, Logo Design, Documentary Production, Photography & Filmmaking___bringing your ideas to life through creative visuals and compelling storytelling.

30/07/2026

Welcome melkamu

16/07/2026

Koorsaan nama addaati, nama obsaa fi dandeettii addaa qabu, gara-laafummaa fi arjummaan badhaadhedha.
Amma immoo Koorsaan kooraa dhamaatii isaa Angafaa "Qumbii" geessifatee isin eegaa jira.

Guyyaa 3 qofaatu hafe,
Dilbata fuula keenya duraa waaree booda saatii 7:30 irraa kaasee bakkuma jedhametti wal argina.
Irraa hin hafiinaa!

15/07/2026

Dilbata fuula keenya duraa waaree booda saatii 7:300 irraa kaasee bakkuma jedhametti wal argina.
Nageenyi nu wajjin haa jiraatu!

04/07/2026

BARSIISI!๐ŸงŽ๐Ÿฟ๐Ÿ™Œ๐Ÿฟ๐Ÿ™๐Ÿฟ
vol.3๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ


Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu!
๐Ÿ–Š๏ธ
Ammaaf maal jedhee akkan dubbadhu na wallaalchisee jira!๐Ÿฅบ
Waaqayyo kan garaa ko argu ani waan akkasiitu ta'aa abjuu ko keessa hin jiru!

Ani guyyaa akkasiis kan obboloonni sababa tokko malee Onnee qulqulluudhaan ka'anii waliif birmatan, garaa waliif laafan, jaalalaa fi garraamummaan kan wal tumsan, yeroo dhiyootti nan arga jedhee yaadee hin beeku!
Waan keessummaatu na mudate!

Kanumaan wal-qabatee obboloonni kallattii fi al-kallattiin sagantaa kana qopheessuu keessatti tattaaffii guddaa gochaa jirtan hunduma keessan Waaqayyo gooftaan haa eebbisu๐Ÿ™๐Ÿฟ

Guyyaa fi bakki sagantaan kun itti qophaa'u kan murtaa'e yommuu ta'u,
Innis; gaafa Adoolessa 25/ 2018 waldaa ADDIS KAHINAT CHURCH ( MARCIL TV ) BOLE HOMES tti, guyyaa keessaa sa'a 8:30 irraa eegalee gaggeeffama!

Ega hundumti keessan dhuftanii walii wajjin maqaa Waaqayyoo ol ol akka qabnu Waamicha ko kabajaa isiniif dhiyeessa!

โžก๏ธIsa durii caalaa ergaa ko kana waliif dabarsuu hin dagatiinaa!
Naaf ulfaadhaa!
Baay'een isin jaalladha!๐Ÿ™๐Ÿฟ

01/07/2026

Welcome Devo

29/06/2026

29/06/2026

Telephone

Website

Address

Addis Ababa