Abdii Rafera page

Abdii Rafera page

Share

Of beeki ??

Photos from Abdii Rafera page's post 11/09/2026

Baga bara Haara geessan
Ayyaana oromoo guddicha irreechan isin haa gahuu

Photos from Abdii Rafera page's post 11/09/2026

Akkam jirtu
Sun dhumeera, kun dhufeera, sun dhibee kee fudhatee, yaddoo kee fe'atee, qormaata kee baate, gadda kee sassabbatee, galma rakkina kee raase kan siif hin mallee yaasee, hiyyummaa sirra kaasee haa darbu.Kun immoo nagaa baate,Jaalala hammate, furmaata qabatee milkaa'ina baate siif haa dhufu.BAGA BARA 2019 HAARA GEESSAN AYYAANA FI BARA GAARII Sinif ya Ta'u
(Abdi Rafera)

Photos from Abdii Rafera page's post 09/09/2026

🥰Jaalalli dhugaan haala irratti hin hundaa'u
Seena gara nama nyaatu ani qaama hir'udha ana hin fuudhin jeetteni. lakki anii gaafa ati qaama guutu sijaalladhee har'aa si jibuu hin danda'uu jedhee simatee fuudhee. Meeqan keenyatu onnee akkana qaba laata?

07/09/2026

Of kabajii💪💪💪

06/09/2026

Manchester united 🖐️

05/09/2026

👩‍❤️‍💋‍👩

02/09/2026

Maaltu beeka ..

29/08/2026

🔥🔥🔥

26/08/2026

New music Zakir abdalla

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa