Singer Ararsa Daba
23/12/2024
21/12/2024
19/12/2024
Eebba Faarfannaa
Nagaa fi Araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu.
Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaatti Muddee Gaafa 13/2017 waaree booda sa'aatii 8:00 irraa eegalee Eebba CD Faarfannaa Faarfataa Araarsaa Dhaabaa waan jiruuf Irratti Akka Argamtan jaalalaa fi kabaja guddaadhaan Isin Affeerra.
✍️. Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaa
14/12/2024
Faarfataa Araarsaa Dhaabaa baga nagaan dhufte‼️
Ebba farfannaa Cd sababa godhachuudhaan dhangaa kana isiniif qopheessera
Obbolonni irratti argamaafii hamilee laadhaafii‼️
Adda argadhu‼️
04/10/2024
FULBAANA 25/2017
SANBATA XIQQAA GUYYAA GUUTUU Ganama Sa'aatii 3:00 irraa eegalee;
Sagantaa Tajaajila Dargaggootaa;
➡️. Yeroo Waaqeffannaa, Kadhannaafi Lallaba dubbii waaqayyoo Tajaajiltoota Waldaa Keenyaa wajjin Waan qabnuuf hiriyoota keessan affeeruudhaan irratti akka argamtan jaalalaa fi kabaja guddaadhaan affeerraa Isiniif goona.
Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaatti Sagantaa Tajaajila Dargaggootaa.
🥁ልዩ የወጣቶች ፕሮግራም 🥁
🔖ከቤተክርስቲያናችን አገልጋዮች ጋር የፀሎት፣የአምልኮ እና የእግዚአብሔርን ቃል የምንካፈልበት ጊዜ ይኖረናል ።
መስከረም 25/2017
👉ቅዳሜ ሙሉ ቀን;
ከ3:00 ሰዓት ጀምሮ
🔖ሌሎችንም እየጋበዝን እንገኝ;
ለገ ጣፎ ጋዋሳ ሙሉ ወንጌል ወጣቶች አገልግሎት✨
04/10/2024
Nagaan Gooftaa Isiniif Haa Baay'atu!
Laga Xaafoo Gawwaasaa fi Naannoo Isheetti Kan Argamtan Hundumaaf Sanbata Xiqqaa Guyyaa Guutuu Yeroo Waaqeffannaa fi Kadhannaa Akkasuma barumsaa waan qabnuuf Hirmaattota eebba sagantaa keenyaa akka Taatan Jaalalaa fi Kabaja Guddaadhaan isin Affeerra.
Hiriyoota keessan affeeruu hin dagatiinaa!!
Eebbaaf ta'aa!!
07/06/2024
ODUU GAMMACHIISAA
Laga Xaafoo Gawwaasaa fi Naannoo Isheetti Kan Argamtan Hundumaaf Dilbata Dura Keenyaa Kana Waxabajjii 02/2016 Guyyaa Guutuu Tajaajiltoota Affeeramanii fi Tajaajiltoota Waldaa Keenyaa Wajjiin Sagantaa Dadammaqinaa Qopheessinee Waan Jirruuf dhuftanii akka Hirmaattan jaalalaan isiin affeerra.
👉. Ganama Sa'aatii 3:00 irraa eegala
Waaree Booda Sa'aatii 9:00 eegala
Eebbifamaa
Share gochuu hin dagatiinaa
Namootas irratti Affeeraa!!!!
✅️. Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Laga Xaafoo Gawwaasaa
Dukkanni Hin Bariine Hin Jiruu
Murtoo Hamaa Ofirratti Hin Fudhatiin. Abdiis Hin Kutatiin.
08/05/2024
Nagaan isiniif haa ta'u! Midiyaa jaallatamaan kunis dhimma koo qindeessee dhiyeessuufi. Yeroo dhiyootti nu eegaa! Share gochuudhaan tumsa keessan itti fufaa!
Warri Egeree Media Eebbaaf ta'aa! Kabajaa fi jaalala natti agarsiistaniif galatoomaa!
08/05/2024
“Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!”
— Rom. 12:21
“ክፉን በመልካም አሸንፍ እንጂ በክፉ አትሸነፍ።”
— ሮሜ 12:21 (አዲሱ መ.ት)
Click here to claim your Sponsored Listing.