Fala
➠ Fala fali !
03/09/2026
" Qeerroo fi Qarree keenya waliin ta'uun irreecha Finfinneef qophii guddaa gochaa jiru.
Aadaa keenya.
➠Aadaan keenya, eenyummaa keenya.
➠Aadaan keenya, miidhagina keenya.
➠Aadaan keenya, qabeenya keenya.
03/09/2026
Agarsiisa Festivaala Goobee fi Shinooyyee Kutaa Magaalaa Buraayyuu.
Visit Oromia
Bareedduu teenya.
゚viralシ
02/09/2026
Magaalaa
Salaale Qe’ee teenya 😍
01/09/2026
Goobeefi Shinooyyee; ibsituu Aadaafi Eenyummaa dargaggootniifi shamarran Oromoo hawwii gaarii barii birraa ittiin waliif dabarsanidha!
Agarsiisa feestivaala Goobeefi shinooyyee Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti
���
31/08/2026
➠ Deebii kee comment irratti barressi.
1. Lubbuu koo
2. Urjii koo
3. Qashtii koo
4. Qalbii koo
5. Bareeddu koo
6. Iftu koo
7. Mi'ooftu koo
Category
Website
Address
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Fala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.