YoursTech
YoursTech – Innovate. Digitize. Grow
Website fi Aplication ni hojjanna, tajaajila gabaa dijitala fi AI ni kennina.
akkasuma barnoota teknolojii afaan oromoon ni barsiifna.
🌐 iddo barnootaa: www.yourstech.academy
📞 telegram: +201505724550
Leenjii Bilisaa Karaa Live tiin:
"jireenya keenya jijjiiree addunyaa kana irratti milkaa'uuf wantootni sadan kuni qofti gahaadha" jedhu keessa beektonni. dhageeffachuun waliif qoodaa!
Carraalee hojii Softweerii AutoCAD barachuun qabu barsiisaa/instructor Diriba Limu irraa dhageeffadhaa.
barnoota kana namoonni barachuu barbaaddan "AutoCAD" jedhaa comment irratti nuuf barreessaa!
koottaa English kaffaltaa malee baradhaa
wanti haaraan kuni akka isin hin darbine...
youtube qofa fayyadamuun karaa salphaa ta'een video AI akka armaan gadii kana hojjachuu dandeessu. deebitanii ilaaluuf save ykn share gochuun boodaaf ol kaahadhaa.
Leenjii AI Bilisaan...
namoonni hedduun AI ni fayyadamu, garuu karaa sirriin fayyadamaa hin jiran!
kanaaf Leenjii Bilisaa Waa'ee AI fi akkaataa itti fayyadama isaa ilaalchisee har'a galgala sa'aatii 3:30 irratti Live dhufuudhaan Leenjii Bilisaa ni kennina.
Cloud Computing maali?
software developer Bontu Salih irraa dhageeffachuun waliifis qoodaa.
Tilmaamaa - Badhaafamaa
imeeliin keessan salphaatti akka isin jalaa hin butamne/hin hatamneef mala eegumsa salphaa kana fayyadamaa......
nama lammii itiyoophiyaa dhaabbata Apple keessatti waggoota 30 dura siistamoota dhaabbatichaa kan amma jiru diizayin gochuu keessatti bu'uura cimaa kan kaa'ee fi hundeessaa dhaabbatichaa Steve jobs waliin walitti dhiheenyaan hojjataa nama ture kanaan wal baraa.....
videon yoo isinitti tole waliif qoodaa!
galatoomaa!
Category
Website
Address
1000