BFufaE

BFufaE

Share

God is1st

29/07/2026

Finfinneen naannoo Oromiyaa keessatti argamuu qofti haqa Oromoo fi Oromiyaati!!!
‎ kanaaf aadaa, seenaa, fi mirgoota Oromoo waliin walqabatee haqa fi qabeenya bal'aa Oromoo fi Oromiyaan qabdun Finfinnee Oromoon keessa jiratu haqan ni Ijaarra!!!!
‎

30/04/2026

Hedduu nama gaddisiisa💔💔💔💔💔!!
‎Mucayyoo kana Waaqni lubbuushe haa maaru jechaa, dhalootni ol adeemaan balaa akkasiif akka hin saaxilamneef eenyuu iyyu bakka jiruutti gahee ofii ba'uu qaba.
‎RIP............Boni!

27/02/2026
15/01/2026

Amanuun namatti ulfaata!!!!
‎Du’a Dr. Lataa Tasfaayee baay'ee nama gaddisiisa!
‎Akka Oromootti nama tokko dhabneerra nama beekumaaf Qulquullu hawaasa isaa Qulquullinaan tajaajilu, nama gaarummaadhan jireenya namoota baay’ee jijjiiraa ture dhabne.
‎Baay'ee nama gaddisisa Nagaan boqodhu Dr.Lataa!!
‎
‎

16/12/2025

Dhaalan biyya lafa kana irra bu’aa ba’ii hedduu qabda garuu gaarreen baay'ee gurguddaan ati irra imaluu qabdu fuuldura kee waan jiruuf saffisa kee dabali osoo hin dadhabin obsi.
mucaan namaa obsadha Mucaa Namaa ta'i.
Mucaan namaa dhama'uuf dhalata (kanaaf si dafqiitu dafqii,dafqaakee nyaadhu jedhamenka!)
kanaaf yoo nama taatee dhugaa qabatte Mana baate imala kee eegaluu dhiistee sekondii tokkoof of duuba hin ilaalin......! namni tokko haqaan imala isaa yeroo jalqabu, diina hedduu malee of sodaa hin qabu.!
Ilmi namaa erga dhalatee rakkoo hedduu keessa darba.kanaaf ilmi namaa gaariin akkasuma kan badaan ni jira.kanaaf waa'ee ilma namaa waan baay'ee dubbachuu dandeenya.
Dhaalan biyya lafa kana irra bu’aa ba’ii hedduu qabda garuu gaarreen baay'ee gurguddaan ati irra imaluu qabdu fuuldura kee waan jiruuf saffisa kee dabali osoo hin dadhabin obsi.
mucaan namaa obsadha Mucaa Namaa ta'i.

Category

Website

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BFufaE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.