Raslan HD
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Raslan HD, Public swimming pool, Oromia, Addis Ababa.
21/01/2026
Amadiin kanku shotokan karate-Do sport club
Kilabin kanku shotokan karate baratoota isaa kan yeroo dheraaf Qaamaa fi Sammuu leenjisaa ture marsaa 15ffaa bifaa adda taeen simana ho'aadhaan Gaffaa guyyaa Alhada 17/5/2018 sa'aa 3:00 irraa egalee mana barumssaa sadarka1ffaa Raree magalaa calanqoo kessaattii haala ho'aa taeen ni eebbisiisaa sirnicha irratti agarsiifni gara gara haala ammaya taeen qophaee dhufa wan jirruf isinis aferamtani Jirtuu haftanii hin shenawina
Daqiqaa tokkof dhaabu
Nabiyyuna Muhammadﷺ
irratti Salawaata buusi ❣️
Category
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Raslan HD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.