ABDI SABAA
1.5M Followers 0 Following
28/09/2026
Qoodiinsa Godinaalee Gola Oromiyaa fi bulchota
☆☆☆★☆☆☆☆☆☆☆☆☆★☆☆☆☆★☆☆☆☆★
1. Gola Baha Oromiyaa (Godinaalee 2) Bulchaan Obbo Abduraman Abdallaa
• Harargee Lixaa (West Hararghe)
• Harargee Bahaa (East Hararghe)
2. Gola Kibba Bahaa (Godinaalee 4)Bulchaan Obbo Ahimad Hajii
• Arsii (Arsi)
• Baalee (Bale)
• Arsii Lixaa (West Arsi)
• Baalee Bahaa (East Bale)
3. Gola Kibba Oromiyaa (Godinaalee 4) bulchaan Obbo Ahimad Idiris
• Gujii (Guji)
• Gujii Lixaa (West Guji)
• Boorana (Borena)
• Boorana Bahaa (East Borena)
4. Gola Lixa Oromiyaa (Godinaalee 4) Bulchaan Obbo Masfin Malaakuu
• Wallagga Bahaa (East Wollega)
• Wallagga Lixaa (West Wollega)
• Qellem Wallaggaa (Kellem Wollega)
• Horroo Guduruu Wallaggaa (Horro Guduru)
5. Gola Kibba Lixa Oromiyaa (Godinaalee 3) Bulchaan Doktar Rashaad Kamaal
• Illuu Abbaa Boor (Iluababor)
• Buunnoo Bedellee (Buno Bedele)
• Jimma (Jimma)
6. Gola Gidduugala Oromiyaa (Godinaalee 4) Bulchaan Doktar Mangistuu Baqqalaa
• Shawaa Bahaa (East Shewa)
• Shawaa Kaabaa (North Shewa)
• Shawaa Kibba Lixaa (S.W. Shewa)
• Shawaa Lixaa (West Shewa
28/09/2026
👉Godinaalee 6n Eenyuun Of Jalatti Hammatu❓️
Gurmaainsa haaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiirra oolche kanaan Godinaalee haaraan 6 akka hundeeffamuuf murtaa'eera. Kunis Godina Baha Oromiyaa, Godina Jiddugaleessa Oromiyaa, Godina Lixa Oromiyaa, Godina Kibba Lixa Oromiyaa, Godina Kibba Oromiyaafi Godina Kibba Baha Oromiyaati. Haaluma kanaan:
1. Godinni Baha Oromiyaa: Godina Harargee Bahaafi Haragee Lixaa
2. Godinni Kibba Baha Oromiyaa: Godinoota Arsii, Arsii Lixaa, Baalee, Baalee Bahaa, Magaalaa Asallaafi Magaalaa Dodolaa
3. Godinni Kibba Oromiyaa: Godinoota Booranaa, Booranaa Bahaa, Gujii, Gujii Lixaa, Magaalaa Bulee Horaa, Magaalaa Mooyyaleefi Magaalaa Shaakkisoo
4. Godinni Kibba Lixa Oromiyaa: Godinoota Buunnoo Beddellee, Iluu Abbaa Boor, Jimmaa, Magaalaa Aggaaroo fi Magaalaa Mattuu
5. Godinni Lixa Oromiyaa: Godinoota Horroo Guduruu Wallaggaa, Qellem Wallaggaa, Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaafi Magaalaa Najjoo
6. Godinni Giddu Galeessa Oromiyaa: Godinoota Shawaa Bahaa, Shawaa Kaabaa, Shawaa Kibba Lixaa, Shawaa Lixaa fi magaalota Amboo, Baatuu, Hoolataa, Mojoo, Sandaafaa Bakkee, Shanoofi Walisoo hammatee bifa haaraan gurmaa'a.
28/09/2026
Kanaan dura hogganaa Itti Aanaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa kan turan Dr. Bultoosaa Hirkoo
ta'uun muudamaniiru!
!!
28/09/2026
Injifannoo Naannaawa Saqooxaa💪
Yaaliin humnoonni Tsimdoo kallattii Afur jechuunis Haamusit, Xiyyaa, Walah fi Samaraatiin magaalaa Saqooxaa weeraruuf taasisan gooticha RIB fashalee humna diina kaan du'aafi madoon adabee, 68 booji'uun injifannoo cululuqaa galmeesseera.
Kanneen lubbuun hafan waan qaban hundumaa harcaasanii lubbuu isaanii baafachuuf gara duubaatti baqataniiru. RIB meeshaalee waranaa gosa gara garaa lakkoofsaan hedduu booji'eera.
ABDI SABAA
28/09/2026
Gola Kibba Bahaa (Godinaalee 4)
kan Bulchuu Obbo Ahimad Hajii
• Arsii (Arsi)
• Baalee (Bale)
• Arsii Lixaa (West Arsi)
• Baalee Bahaa (East Bale)
28/09/2026
Magaalaan Guddoo Gola Oromiyaa Eenyu?
Teessoon Mootummicha Gola Oromiyaa Eessa ???
Irratti hirmaadhaa !!!!
Warri hanga ammaa Gola keessan hin barree comment godhaa.
28/09/2026
Godinaaleen duraan turan diigamanii 6 qofatti deebi'an
1. Godina Bahaa Oromiyaa
2. Godina Giddugala Oromiyaa
3. Godina Lixa Oroniyaa
4. Godina Kibba Oromiyaa
5. Godina Kibba Lixa Oromiyaa
6. Godina Kibba Baha Oromiyaa
Godina Jimma, G.Wallaggaa, Shawaa, Baalee kan jedhaman baddee jira!
isiini maal jetuu kan irratti?
commenti nuuf godha
Warri hanga ammaa Gola keessan hin barree comment godhaa.
https://www.facebook.com/numeyri.numeyri.749776
28/09/2026
!
Irra debiin Hooggantuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa ta’uun muudamanii jiru.
Piroofeesar Natsaanat Warqinah
Garu duty oggeessaa fayyaa ammalee hin kaffalamnee, mirga oggeeyyi fayyaa eeggaafi. Bara hojii gaarii!
28/09/2026
!
Irra deebiin dhan pirezidantii Motummaa Naannoo Oromiyaa ta'uun muddaaman jiru.
Obbo Shimelis Abdisa
Bara Hojii Gaarii!
Category
Website
Address
Deder
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when ABDI SABAA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.