Find places of worship in Dembi Dolo. Listings include Bethel Dambi Dolo, Buddeen Jireenya, Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3, WWW MY Beetel Dhanqaa Dambi Dolloo, Jesus family, EECMY Bethel Tulama Congregation - Dembi Dollo.
This is the official page of EECMY Bethel Dambi Dolo Church, managed by the church to share announcements, events, and spiritual content.
Maqaan fayyinaa Eenyuu? Iyyeesuus*2 He who believes and is Baptized in Jesus name will be saved!
Yesus Fayyisaadha!
Bethel Danka Church is a Christian church in Dembi Dollo, Ethiopia. Founded in the early 20th century, the church serves the community through worship, evangelism, and ministry.
Waa'ee fannifamuu Kristos dubbachuun warra karaa badiisaa irra jiraniif gowwummaa dha; nuyi warra karaa fayyinaa irra jirruuf garuu, inni humna Waaqayyoo ti. 1 Qorontos 1:18 ...
ILMA KAN QABU JIREENYA QABA! :: Join Our Social Media :: Tiktok: tiktok.com/@ddno1khchurch Telegram Channel: https://t.me/ddno1khcchannel YouTube: https://www.youtube.com/@DD...
W.W.W.M.Y. Mana Sagadaa Beetel Doolloo Yaada qabdan karaa keessaa nuuf barreessa. Yeroo Hundumaa Mootummaa Waaqayyoo babal'isuuf hojjenna.
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐤𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬: 👉 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 👉𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 👉𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚.
The purpose of this page is to share information about every aspect of human life
Yoh.15:5 Inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay'ee kan godhatu; anattii gargar baatanii waan tokko illee gochuu hin dandeessan.
Namoota rakkatan Gargaru fi Mana sagada bira midhaqsuu
Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa*! Wangeela Maatewos 28:19
This is the page of EECMY MEKANE YESUS DEMBI DOLLO church manage by the church to share announcement, events and spiritual content