Dhimmituu
::Kolfuuf karoora hin baafatiin
::Gadduuf hin ariifatiin
::Dhaga'uuf fiigi
::Dubbachuuf itti yaadi
::Madda gammachuf gaddakee adda baafadhu
Giddaa Ayyaanaa
Shira guyyaa kalessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa aanaa giddaa ayyaanaa ganda tulluu leencaatti shireen hanga ammaa;
1. Lubbuu imaltoota konkolaataa hedduun darbeera, gariin achi buutee dhabameera
2. Qarshiin baankota irraa fe'amee deemaa ture mil 70 ol saamameera
3. Kilaashii turkey kan RIB qabatu 196 fi rasaasa kilaashii kuma 20 (20,000) harka finxaalessa faannoo seeneera
4. Bireeni 2, sniper 2, fi rasaasa bireenii 2500
5. Diishqaa tokkoo fi rasaasa diishqaa 3500
6. Ambulance giddaa hospitaala 2 gubateera
Walumaa gala qabeenyi miiliyoona 500 ol saamameera!
Haala mijeessitoonni hoggantoota raayyaa ittisa biyyaa fi kaabinee wallagga bahaadha!
Via Kiiramuu Press
20/08/2026
Lammii Mangistuu jedhama. Manager Baankii Awaash Damee Giddaa Ayyaanaati. Warra kaleessa Faannoon ajjeeste keessa isa tokkodha. š
Bu'aa
01/07/2026
Ilaal Galootoo
Gulalleen kan Tufaa laal Galootoo!
29/06/2026
Maqaan ishii Abarraa Salphataa jedhamti. Xiqqooma yommuu farsoo dhugdee qaamni itti ho'e qabsaa'ota Oromoo qaalii arrabsiti. Mootummaan bilxiginnaa kashalabboota akka kanaa uummatatti gadhiiisee nageenya booressaa jira.
27/06/2026
Waaqni sinitti hammaatee harka haadha ormaa siin hin ilaalchisiin.
Afaaniin akka ati hin nyaanne jechaan sii hiite harkaan immoo sitti kenniti!
23/06/2026
Booniiā¤ļø
23/06/2026
Leenci dulloome titisa funaana!
Isa: Waaqa arguu dandeessaa?
Ana: Lakkii arguu hindanda'u.
Isa: Waaqa immoo harkaan qabuu dandeessa?
Ana: Lakkii
Isa: Akkas taanaan waaqni hinjirus waaqa hinqabdukaa?
==================================
Amma immoo dabareekoon isa gaafadhe.
==================================
Ana: Sammuukee arguu dandeessaa.
Isa: Lakkii hinmul'atu.
Ana: Sammuukee immoo harkaan qaqqabachuu dandeessaa?
Isa: Lakkii, tasumaa!
Ana: Akkas taanaan ati sammuu hinqabdu jechuudhakaa!
Gorsa keessaa kanin hindaganne, "gaaffii jal'ootaaf deebiinsaa gaaffii jal'inaadha" kan jedhu hindagadhu!Isa: Waaqa arguu dandeessaa?
Ana: Lakkii arguu hindanda'u.
Isa: Waaqa immoo harkaan qabuu dandeessa?
Ana: Lakkii
Isa: Akkas taanaan waaqni hinjirus waaqa hinqabdukaa?
==================================
Amma immoo dabareekoon isa gaafadhe.
==================================
Ana: Sammuukee arguu dandeessaa.
Isa: Lakkii hinmul'atu.
Ana: Sammuukee immoo harkaan qaqqabachuu dandeessaa?
Isa: Lakkii, tasumaa!
Ana: Akkas taanaan ati sammuu hinqabdu jechuudhakaa!
, "Gaaffii jal'ootaaf deebiinsaa gaaffii jal'inaadha"
Category
Contact the public figure
Website
Address
Nekemte
251
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Dhimmituu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.