Abdi Design
Hojiin nama boonsa.
Abdi Design
24/09/2025
Injifattoota dorgommichaaf badhaasa isaanii qaqqabsiifnee jirra.
Galatoomaa.
Dorgommii marsaa biraatiin walitti deebina.
Hub: Dorgomtoonni huccuu badhaasaaf qophaa'e fudhachuuf fageenyarra jirra waan jedhaniif fedha isaaniitiin gara maallaqaatti kan jijjjiirameef ta'uu isin beeksifna.
Abdi Design
23/09/2025
Baga gammaddan!
Turuu keenyaaf nu oofkalchaa!
Dorgommii adeemsifamaa ture keessatti namootni baay'ee bifa ajaa'ibaan wal dorgomaa turan hedduun haa jiraatan iyyuu malee namootni dorgommicha akka ulaagaa kaa'ameetti injifatan kanneen armaan gadiiti.
1ffaa: Obsa Etefa =react 407
2ffaa: Maamme Arsenal =react 341
3ffaa : Kaayyoof Øromticha = 173
tiin injifataniiru.
Baga gammaddan.Badhaasa keessan fudhachuuf Abdi Lemma dubbisaa.
Hundumtuu hirmaannaa keessaniif galatoomaa.
23/09/2025
Xumurameera.
Dorgommiin Abdi Design irratti qophaa'e bifa ajaa'ibaan kan deemaa ture yoo ta'u amma xumurameera. Mo'attoonni sa'aatii 02:00 irratti kan beeksifaman ta'u.
Galatooma.
23/09/2025
Abdi Design
DORGOMMICHI XUMURAMUUF SA'AATII 2 QOFATU HAFE.
Jirtuu dorgomtoonni?
Abdi Design
Contact the business
Telephone
Website
Address
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Abdi Design posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.