BKA Church
BKA
18/08/2026
“warri Waaqayyoon abdiidhaan eeggatan garuu humni isaanii in haareffama; akka joobiraas baalleedhaan ol in ka'u; in fiigu, garuu hin dadhaban, in adeemu, garuu hin mudhukan.” Isa. 40:31
12/07/2026
Hoolonni koo sagalee koo in dhaga'u, ani isaan beeka, isaanis na duukaa in bu'u.
Yohannis 10:27
Waaqayyoo Tiksee gaarii nuyi immoo. isa dhaga'uu qabna
29/05/2026
yeroo Eebbifamaa ture
17/03/2026
Inni cabsee karaa banu
isaan dura in ba'a;
isaan cabsanii
balbala kellichaa keessa
darbanii jalaa in ba'u;
mootiin isaanii darbee
isaan dura in adeema,
Waaqayyo isaan dura in bu'a.
Miikiyaas 2:13
09/03/2026
Warri garaan isaanii gadde haa gammadan,
isaan jajjabina in argatu.
Warri garraamiin haa gammadan,
isaan biyya isa abdachiifame in argatu.
Warri waan qajeelaa akka midhaanii beela'anii,
akka bishaanii dheebotan haa gammadan,
isaan geessifachuuf jiru.
Maatewos 5:4-6
23/02/2026
Yommus ergamichi, ergaa isa Waaqayyo biraa dhufee Zarubaabelitti akka ani dubbadhuuf anatti in hime; ergichis, “Hafuura kootiin malee humnaan miti, aangoodhaanis miti” kan jedhu ture; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate.
Zakaariyaas 4:6
16/02/2026
Danuudhuma warri Gibxii gad isaan qaban keessaa, warri Israa'el immoo caalaa baay'atanii, lafa guutan; kana irraa kan ka'e warri Gibxii jabeessanii isaan in sodaatan.
Ba'uu 1:12
14/02/2026
Waaqayyoo Gaariidha
27/01/2026
Waaqayyo gooftaan maccaa, “Kunoo, ani ergamaa koo isa karaa anaaf qopheessu of dura nan erga; dingatas gooftichi inni isin barbaaddan sun gara mana qulqullummaa isaa in dhufa; kunoo, ergamaan kakichaa inni isin hawwitan sun in dhufa” jedha.
Miilkiyaas 3:1
Category
Website
Address
Sebeta
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when BKA Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.