Sololo Intercept
Social media is the ultimate equalizer. It gives a voice and a platform to anyone willing to engage. Amy Jo Martin
Amy Jo Martin
Ela, Ajjeechaa sabboontota Oromoo Naannoo ABO Gulallee- Ibsaa Nagawoo, Yizaachoo, Lammii Gammachuu, Hayiluu Gonfaa, Abebe Garasuu, Bilisummaa Birhaanuu, Dachaasaa Wiirtuufi kkf bira hindarbu.
Dubbii keenya irratti ajjeechaan gageesamuu dura Proposaalitu Abiyyif dhiyaata. Kan dhiyeessu Ibsaa Nagawoo fi Dambalaadhi dha. Abiyyi APRROVED yoo jedhe malee namni sitti bu'u hin jiru. Fakeenyaa f Raasoo irratti proposaaliin dhiyaate, Abiyyi yeroo sanatti xiqqoo tursaa amma waci baayyateera jedhe. Yeroo sanatti ajjeechaa Hacaaluutu ture.
Chuuchaan kaleessa ciniinnatee obsuunConfidence Sobaa agarsiisuun taratii ishee afuuftee baate. Chuuchan bara xumura ishee akka ta'ee sirritti beektee jirti.
Donald J. Trump Davos, Switzerland El-SISI waliin dhimma GERD ilaalchisuun yeoo marii gaggeessaa turetti akkas jechuun dhaadate:
"Inni [Abiy jechuu isaati] waan haasahaa jiru kana na hubata jedheen yaada, mitireei? nu dabalatee ( al sisii fi isa jechuu isaat) hunda keenya caalaa Afaan Ingiliffaa nu hubata jedheen yaada, tolee?"
Kana qofaa miti, qarshii koo nyaateetta jechaa jira. Qaamni yaada koo kan dide rakkoo keessa gala jechuunis doorsise.
Bofti Trump jedhamu hu**uu Chuuchatti ol seenee danqamuu siif himeen tureem,kkkk
link comment jala ilaaluu dandeessu.
Category
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Sololo Intercept posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.