Prophet Samuel Teka
JESUS IS LORD ✝️
Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; adis Ababa Ethiopia
Sinim🫵
Koottu mee waaqa isaa 2019 nu ga'e YESUUSIIN galateeffannaa!🥰🙏
08/09/2026
❤️🥰💯Jajjabina isa Waaqayyo biraa arganne sanaan, nuyi immoo rakkina attamii keessatti iyyuu warra kaan akka jajjabeessinuuf, inni rakkina keenya hundumaa keessatti nu in jajjabeessa.
2 Qorontos 1:4
Ameen jedhi fudhu 🤲 Osoo Qaammeen hin xumuramiin waan siif xumuramutu jira. Maqaa Yesuus Kiristoosin
08/09/2026
♥️💯🍁🌹Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu,
ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!
Ermiyaas 17:7
07/09/2026
💯🍁✝️🌹 fayyinaa Yesus qofa.
“Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne” jedhe.
Hojii Ergamootaa 4:12
“Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne” jedhe.
Hojii Ergamootaa 4:12
07/09/2026
Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqayyo hojii isaa isa jajamaa akka labsitaniif dukkana keessaa, gara ifa isaa isa dinqisiisaatti isin waame.
1 Phexros 2:9
07/09/2026
💯🍁🌹
Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, “Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera. ”
Maatewos 28:18
Yesus gooftaa dha ♥️
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Prophet Samuel Teka posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.