Sheger Pictures
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sheger Pictures, Photographer, Burayu, Addis Ababa.
We tell real Ethiopian stories through films, weddings, and documentaries.
📍 Addis Ababa, Ethiopia | 🎬 Subscribe for weekly new videos!
📧 [email protected]
www.youtube.com/@Shegerpictures
Telegram @Shegerpictures
0920582940
0909779353
17/06/2026
📸 Sheger Pictures 📸
Hiriyyaa koo jaallatamaa, studio keenya haaromfamee fi bal'ifamee booda dursee dhufuun daawwatee jajjabina naaf kenniteef baayyee si galateeffadha. 🙏
Daawwannaan kee fi jechuun "hojiin bareedeera" jettee na jajjabeessuun kee gammachuu guddaa naaf ta'eera.
Galatoomi yeroo kee keessaa kutattee Sheger Pictures� waan daawwatteef. Jajjabinni akkanaa hojii keenya daran fooyyessuuf nu kakaasa.
🤝 Galatoomi daawwannaa kee fi deeggarsa keef.
Sheger Pictures 📸 Professional Photography & Printing Services
📸✨
📸 Sheger Pictures Capturing Your Precious Moments
15/06/2026
📸 Sheger Pictures Capturing Your Precious Moments
Ayantu 📷
Ayi hirkoo 😄
😄
12/06/2026
📸 Sheger Pictures
📢 Beeksisa Maamiltoota Kabajamoo Sheger Pictures
Maamiltoota keenya kabajamoo hundaaf,
Torbee darbe guutuu keessatti fedhii fi tajaajila maamiltoota keenya daran fooyyessuuf jecha mana hojii keenya irratti hojii bal’inaa fi haaromsa adda addaa gaggeessaa turre.
Amma garuu hojiiwwan kun xumuramanii waan jiraniif, Sheger Pictures Wiixata dhufu irraa eegalee hojii isaa idileetti deebi’ee tajaajila guutuu kennuu akka jalqabu gammachuudhaan isin beeksifna.
Tajaajiloonni keenya suuraa fi viidiyoo qulqullina olaanaa qabu, suuraa mootummaa (ID), suuraa maatii, suuraa cidhaa fi hojiiwwan kaan haala fooyya’aa ta’een isiniif dhiyaatu.
Obsa fi deeggarsa yeroo haaromsaa kana keessatti nuuf taasiftan hundaaf galata guddaa isiniif galchina.
Sheger Pictures�
"Quality You Can Trust"
📍 Tajaajila Professional fi Amanamaa Isiniif Dhiyeessuuf Qophoofneerra.
Baga nagaan dhuftan! 🎉📸
092 058 2940
📸✨
03/06/2026
📢 Sheger Pictures – E-Passport Online Registration
E-passport haaraa yookaan renewal barbaaddaa? Nu qunnamaa.
🔥 “Ji’a 2 qofa keessatti”
✅ Passport Haaraa
✅ Passport Haaromsuu (Renewal)
✅ Passport Bade/Manca’e
✅ Sirreeffama Odeeffannoo
✅ Appointment qabsiisuu
✅ Suuraa Passport Standard
⏳ E-passport idilee yeroo amma kana ji’a 2 irra jira.
📄 Haaraa galmaa’uuf: ✔️ Waraqaa Ragaa Dhalootaa
✔️ Waraqaa Eenyummaa Ganda
✔️ National ID
📍 Teessoo: Ashawaa Meedaa, Yetabaabaruu Maadiyaa fuulduraa, Gamoo Mahammad Nuur Darbii 1ffaa irratti argamna.
📲 Telegram:
📞 0920 58 29 40
📞 0909 77 93 53
📞 0709 77 93 53
✨ Si’aawaa • Amanamaa • Qulqullina Olaanaa ✨
02/06/2026
Sheger Pictures Professional services 🎥
"Photography • Videography • Editing • Graphic Design • Printing Services"
SSheger Pictures📸
& etc
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Burayu
Addis Ababa