NAATOO
Naatoon miidhagina. Miidhaginni kennaa uumamaati. Kennaan uumamaa hin bitamus hin gurguramus.
12/04/2026
Luq. 24:5 Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaadduu? innoo as hin jiru ka'eera; Galiilaa utuu jiruu waan inni isinitti himee ture yaadadhaa! inni akkuma dubbate ka'eera mat 28:6 !!!!! Hordoftoonni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo hundi baga ifa du'aa ka'uu gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe.
Ayyaana gaarii!๐๐๐
Category
Website
Address
Addis Ababa