Sololo Times

Sololo Times

Share

We Report Truth

04/10/2026

Biqilaa Amanuu ,gaaffii fi deebii Jaal waliin goote sana maaliif dhokisuu filatte? Akka amala keessanitti kutaa-kutaan gadhiisuun maaliif isin dhibe?

Sanas ta’e kana, Jireenyaan af-gaaffii sana irratti deebii/ibsa ajaa’ibaa kenneera. Burjaajii uumame barkinaan dhiqe jechuun ni danda'ama. link comment jala

04/10/2026

⚠️ AKEEKKACHIISA — HOTEELA SKYLIGHT / BOOLEE

Inxooxoo Paarkii fi naannoo isaa irraa fagaachuun gaarii dha.

Namoonni Hotela Skylight ykn naannoo Bole fi Daandii Buufata Xiyyaaraa keessa jirtan, haala nageenyaa yeroo ammaa jiru kanaaf of eeggannoo dabalataa godhaa.

Eda galgala qofa Bishooftuu keessatti Buufata Humna Qilleensaa irratti haleellaan dooniin samii hedduun raawwatameera. 4 Kiiloo, Masaraa Miniliik keessa dooniin rukutamuunis mirkanaa’eera.

Guyyoota dhufan keessatti samii fi lafti Finfinnee irratti wanti hin eegamne uumamuu mala. Kanaaf, cubboowwan irraa fagaadhaa, of eeggadhaa. Chuuchaan Tashlokolkaauma jirti. Birhaanuu Julaa fi qondaalto wraanaa mana jijjiirachuun underground keessa galaa jiru. Dubbiin jabduu dha. INSA fi NISS illee ni gobamu.

03/10/2026

አሁን የሚፈጨው እህል በወፊጮው እቃ (ሆድ) ላይ ተከማችቷል። የፈጪዉም ሃይል ሙሉ ጉልበቱን ይዞ ይፈጫል 😊

02/10/2026

Jawaar dabalatee, warri dhiiga Oromoo irra ejjetee harka OPDO dh*gaan cuubame arraabuu bare har'a xaxatee booyaa jira😊

02/10/2026

እሱን ስትገረፍ ታወረዋለህ😀

Website

Address


Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sololo Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.