Golden HD

Golden HD

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Golden HD, Artist, Addis Ababa.

🎀 Official Page Of Golden Biyyaanfid
🎢 Oromo Music | Afrobeat | Pop
Ani artist Oromoo Afrobeat fi Pop style keessatti hojjadha
Sirboota jaalala, dance fi miira nama tuqan isinif dhiheessa πŸ’–πŸ”₯
πŸ‘‰ New music weekly

17/08/2026

Nature keessa, style koo waliin 🌿πŸ”₯
✨ Style koo, mood koo, yeroon koo! πŸ”₯
Ani waanan ta’eef nan boona β€” Golden Biyyaanfid πŸ–€πŸ‘‘
Har’a jechuun har’a qofa miti… yaadannoo bareedaa dha! πŸ“ΈπŸ”₯

15/08/2026

πŸ–€πŸ”₯ **Suuraa kana keessatti wanti si hawwate TOKKO maal?**

1️⃣ Uffata
2️⃣ Suuraa
3️⃣ Hairstyle
4️⃣ Vibe

Lakkoofsa isaa qofa comment godhi πŸ‘‡πŸ˜Ž

15/08/2026

Hiriyyaan gaariin guyyaa kee bareecha, yaadannoo kee immoo bara baraan tura. ❀️🀝✨
Ballisaa Bayaan

14/08/2026
10/08/2026

😎πŸ”₯ Good vibes, good friends, good memories! πŸ€β€οΈπŸ“Έ

04/08/2026

πŸ€£πŸŽ‰ Aniis dorgommii Marsaa 5ffaa Qubee Electronics irratti hirmaadheera! πŸ“±πŸ’»
Deeggarsi keessan na jajjabeessa. Mee post kana Like ❀️, Comment πŸ’¬ fi Share πŸ”„ naa godhaa. Galatoomaa! πŸ™β€οΈ
Qubee Electronics amanamummaan hunda dursa! πŸ›οΈβœ¨

Photos from Golden HD's post 02/08/2026

Jaalalli dhugaa jechootaan osoo hin taane, gochaan mul'ata. ❀️πŸ₯€" ❀️

01/08/2026

Suuraan kun yaadannoo qofa; miti gatii hiriyummaa keenyaati. πŸ“ΈπŸ€"

01/08/2026

"Blue mood, clean vibe, positive energy. πŸ’™βš‘"

Want your business to be the top-listed Photography Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Addis Ababa