Biiftuu Boolee

Biiftuu Boolee

Share

You will get some important health related tips. Follow us, share our contents.

30/08/2026

Hospitaal ciibsee dhufen se'eem 🤣🤣🤣

30/08/2026

😂

30/08/2026

Hujii jalqannee jirra😎

30/08/2026

Dhiirri tokko walqunnamtii saalaa osoo hin raawwatin yeroo dheeraaf gaafa ture Ispermiin omishamu eessa deema??? Cidhaan hoo nama ni dhukkubaa??
Cidhaan yeroo yeroodhaan ispermii baay'ee oomishti. Ispermiin kunis yeroo dhiirri tokko dhangalaasu ujummoo cidhaan keessa geejjibamee dhangala'aa "Semen" jedhamu waliin erga walitti makamee booda gara alaatti dhangala'a. Haa ta'u malee, gaafa dhiirri tokko dhangalaasuu baate caccabeeti gara qaamaatti xuuxxama. Xuuxxamuun kunis miidhaa inni nama irraan gahu hin jiru. Kanaaf, dhangala'ee dhiisee miidhaan inni nama irraan geessisu hin jiru. Darbee darbee garuu, dhiirri walqunnamtii saalaa walitti fufiinsan raawwachaa tureefi amma yeroof dhiise tokko qaamni isaa ka'ee ka'ee (dhaabbatee) yoo rakkiseefi yeroo san dhangalaasuu yoo baate keessoo cidhaan isaa keessatti dhiibbaan dhiigaa olka'uudhaan (Epididymal hypertension) dhukkubbiin gaafii irratti ka'e namatti dhagahamuu danda'a. Inni kunis yeroo baay'ee "blue balls" jedhama. Kunis, dhukkubbii kanaan ala miidhaa hamaan inni geessisu hin jiraatu. Daqiiqaa muraasa booda ofiin nama irraa bada waan ta'eef dirqama walqunnamtii saalaa nama hin barbaachisu.

Rakkoon kun dafee akka nama dhiisuuf maloota armaan gadii fayyadamuun nama gargaara.
*Sochii qaamaa gochuu
*Xiyyeeffannoo waa'ee walqunnamtii saalaa irraa kaasuu
*Wantoota ulfaataa ta'an olkaasuu (Weight)
*Shaaworii bishaan qorraadhaan dhiqachuu
*Laxxi jedhanii dugdaan ciisuu
*Ani godhaa jedhee isin gorsuu baadhus saayinsiin ofiin of irraa dhangalaasuus (ma********on) akka furmaataatti kaa'a fi kkf
Galatoomaa!!!

28/08/2026

Big shout out to my new rising fans! Kenenisa Keno

27/08/2026

ወላሂ ነን እራንፈdhe 😂

23/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Levina Prosper, የፍቅር ቲቢ, Dhugomsa Munawar

23/08/2026

Akkam oolte Waromoo🙄

19/08/2026

Begeta sim😂

Website

Address


Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biiftuu Boolee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.