Gezahegn Mekonen Bacha
t.me/gaze0910
π Mulβata (Vision):
Namoonni jireenya gammachuu, milkaaβina fi iftoomina qabu akka jiraatan gargaaruu.
π‘ Abjuu koo (Mission):
Dhaloota abjuu fi kaayyoo qaban deeggaruu,
leenjiisuu, guddisuu fi isaan wajjin guddachuu. Mulβata=- Namoonni Gammadaa taβani jirenyaa milka'aa akka jiratan kolfaa fi seequun fakkeenya taβe dhaloota milkaaβin umuu
Ergaa:- Giddugala bashannanaa fi waltajjii leenjii umuun namoonni lenjii ijaarsaa dhunfaa akka argatan leenjii kennuu qaamaafi Online fayyadamuun dhaloota qaromee jirenyaa garii tajajila isaa bekee akka jiratuu dandeessu
qajeelfama:- itti gaafatamummaa xiyyeeffannaa
arjummaa jalalaa dhugaa
amanamummaa
Kabajaa fi tajajilaa itti fufee kennuu
18/09/2026
Qabeenya Dagatame 8/01/2019
''Qabeenyi bakka maleetti kufee fi dagatame dhala namaati.
You are a human being, not a human doing.β
Qabeenyi addunyaa kana keessaa dhala namaati. Dhalli namaa qabeenya addunyaa osoo jiru qabeenya addunyaa keessaa bara isaa fixa.
Dhalla namaa malee addunyaan duwwaadha. Addunyaan dhala namaa malee albuuda qofa.
Atii dhala namaa taatee waan jirruuf qabeenya addunyaa kana hundumaa argachuu ni dandeessa. Dhala namaa malee albuuda qabeenya qabuuf namni hin jiru.
Biyyi dhaloota isheetti hin fayyadamne biyyummaan ishee hiyyummaa ishee taβee hafa. Osoo dhaloota ishee hin kabajin, kabajni isheen argattu hin jiru.
Dhalli namaa baayβeen biyya isaanii kan jibban iif, dhaloonni sun akka of baran sirriitti irratti hin hojjetamne jechudha.
Fiiixaan biyya tokkoo dhaloota ishee of barsiiftee akkasumas kaayyoo fi itti gaafatamummaa irraa eegamu yoo hubachiifteedha. Biyyi dhaloota of hin beekne guutte; dhaloota baβaa malee buβaa taβan osoo hin qabaatin hafti jechudha.
Seenaa keessatti albuudni dhala namaa barbaadee argatee hin beeku. Garuu, dhalli namaa albuuda barbaadee argateera, argataas jira.
Yoo sitti tole, Like π, Follow π fi Share βοΈβοΈπ godhi; nama biras haa ga'u!
β New Hope Media β€οΈ
Personal Telegram:http://t.me/gaze0910
tiktok.com/
https://www.youtube.com/
Channel koo. https://t.me/gazenewhope
23/08/2026
Guyyaa har'aa sagantaan Guddichi Business conference magaalaa Asallaa tti gaggeeffamaa jira!
α α α£ α΅α΅αα αα₯α α΅α΅α£αα
αα»α» α΅α΅αα ααα₯ α΅α΅α£αα
!!!
23/08/2026
Sanbata Gammachuu fi Nagaa! πβ¨
Guyyaa Sanbataa kana, qalbiin kee haa boqotu, sammuu kee haa tasgabbaaβu, jireenyi kees abdii fi eebbaan haa guutamu. β€οΈ
βHarβa boqodhu; boruuf humna haaraa ijaari.β
Sanbata gaarii fi eebbifamaa! ππ
t.me/gaze0910
18/08/2026
α²ααͺ α αα₯αα΅ α ααα
α α΅ααα³αα
α₯αα α¨α³αα₯αα΅ α α΅αα£α ....α«α΅α
α¨αα΅αα«αα α΅α« ααα/αͺβDigrii baayβisuun qofa itti gaafatamaa kee xiqqeessuu dandeessa malee, ajajamuu irraa si hin baasu. Kanaaf, hojii ati mataa keetiin geggeessitu jalqabi!βπ² Telegram:
https://t.me/gaze0910
π 0910 307079
π΅ Facebook: https://www.facebook.com/share/1D9zeRHTzw/
π₯ Facebook Group: https://www.facebook.com/share/g/1BhnZ2n6Mu/
π’ Telegram Channel: https://t.me/gazenewhope
π₯ Telegram Group: https://t.me/newhopemedia
βΆοΈ YouTube: https://youtube.com/shorts/7sngPYn4TRI?si=Hb7WBA066-JDOIdy
FOLLOW β’ LEARN β’ GROW β’ SUCCEED π
11/08/2026
α°α α±α ααα¨α΅ 100,000 α₯α α¨αα ααα£α α€ α αα° α
ααα΅α
α αααα¨α α’αα¨α΅α΅ α α΅αα α΅α΅α£α αα΅α₯α α΅ α΅ααα
...!
αααα¬ α°α α₯α¨αα¨ αα αα α α₯αα !!! πππ
I got over 10 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! π
30/07/2026
β€οΈ Onneen kee hin laafin.
Yeroo baay'ee namoonni cimina kee hin argu; qabsoo kee immoo hin beekan. Garuu Rabbiin waan ati callistee keessa dabarte hunda ni beeka.
Kanaaf abdii hin kutin. Har'a boo'icha ta'uu danda'a; bor garuu seenaa injifannoo ta'uu danda'a.
Join godhaa telegram ππ
https://t.me/gazenewhope
29/07/2026
Guyyaa Guyyaatti Tarkaanfii Tokko! π
Guyyaa guyyaatti step tokko illee yoo guddatte, jireenya kee boruu ijaaraa jirta jechuuddha Network Development Marketing Training
Join godha
https://t.me/gazenewhope
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Gezahegn Mekonen Bacha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.