Olii

Olii

Share

Gaariin Akka Waaqayyoo Hin Jiru!!

Photos from Olii's post 13/06/2026

💥🥰

13/06/2026

John 15:9

As the Father hath loved me, so have I loved you: continue ye in my love.

11/06/2026

Gaaffii murteessaadha waliif godhaa🙏

09/06/2026

Wangeela Yohannis 15:18

Yesus itti dabalees, “Biyyi lafaa yoo isin jibbe, isin dura akka ana jibbe beekaa!

08/06/2026

Dhugaadha.

06/06/2026

Dhugichaaf dhugaa ba'uun itti fufa...

04/06/2026

Qabeenyi keenya ni darba, keekamtiif beekumsi keenya ni darba, dargaggummaan keenya ni darba. garuu bara baraan nu waliin jiraata.

03/06/2026

1Tasaloniiqee 2:2

wangeela isaa akka isinitti himnuuf Waaqayyo keenya ija jabina nuuf kenneera.

Photos from Olii's post 03/06/2026

💥🥰🎚️

01/06/2026

Mul'ata 3:11

Ani dafee nan dhufa; namni tokko illee gonfoo mo'ichaa isa kan keetii si duraa akka hin fudhannetti, isa qabdu jabeessii eeggadhu!

Want your business to be the top-listed Photography Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Ambo
Addis Ababa