CriticHub
πππ
09/08/2026
Kanshee miti girrisa achi jalaa 3.8K nadhibe
Bakka duwwaa guutaa.
_______f goorrootti hinirkatiin siinjiga.
12/07/2026
α α₯ααα± αααα³α
Hoggansi warri Hanna baarte caasaan hoggansaa keessumaa sadarkaa naannoo dhiphannaan riifatuu keessa galtee jirti jedhu.
Fkn qabannee dhiyaanna.
11/06/2026
Qubee maqaasaan ka'u kanaan walihingadhiisnu jedhe namichi
Naannoo Oromiyaa keessatti mootummaan haaraan filannoon booda hundeeffamu xiyyeeffannoon jalqabaa ta'uu kan qabu
- Hoggansa sadarkaa naannoo hanga aanaa jiran keessa deebi'ee osoo ilaalee
- Kanneen hannarratti bobba'an bajata mootummaa hanga abbootii qabeenyaa saamaa oolan maqsuun dirqama osoo ta'ee gaarii fakkaata.
14/05/2026
12/05/2026
Tulluu Habiibii
π 5 Words Challenge for SAT
1οΈβ£ Arcane (adj)
Meaning: Mysterious and known by only a few people
Synonyms: obscure, secret
Antonyms: clear, obvious
Example: The book contained arcane knowledge of ancient rituals.
2οΈβ£ Brusque (adj)
Meaning: Abrupt and unfriendly in manner
Synonyms: curt, blunt
Antonyms: polite, gentle
Example: His brusque reply offended the customer.
3οΈβ£ Castigate (v)
Meaning: To criticize someone harshly
Synonyms: criticize, reprimand
Antonyms: praise, commend
Example: The teacher castigated the student for cheating.
4οΈβ£ Deleterious (adj)
Meaning: Harmful or damaging
Synonyms: harmful, detrimental
Antonyms: beneficial, helpful
Example: Smoking has deleterious effects on health.
5οΈβ£ Garrulous (adj)
Meaning: Excessively talkative
Synonyms: talkative, chatty
Antonyms: quiet, reserved
Example: The garrulous man spoke continuously.
09/05/2026
Qabsoo Oromoo keessatti maqaan isaanii olka'ee kan mul'atu obbo Leencoo Lataa imalli isaanii qabsoo keessaa walakkaa jaarraa tokkoo tibba kana kabajamuuf jedha.
Sagantaan seenaa jireenyaa Obbo Leencoo Lataa, yaadama siyaasaa fi gumaacha isaanii qorachuun sadarkaa qabsoo saba Oromoo waggoota 50 darbee fi sadarkaa hanga amma irra jiru irratti xiyyeeffatu iftaan Caamsaa 02 bara 2018 Hoteela Iskaaylaayititti kan adeemsifamu ta'uu koreen qindeessituu sagantichaa himeeti jira.
Sagantaa kana irratti obbo Leencoo Lataaf beekkamtiin akka kennamu akkasumas mariin paanaaliis akka adeemsifamu ibsameeti jira.
Kitaabni seenaa jireenyaa Obbo Leencoo Lataa ilaalchisuun Barreessituu Zufaan Urgaatiin barreefame kan eebbifamu ta'uus himameera.
Obbo Leencoo Lataa qabsaa'ota angafaa warra qabsoo Oromoo keessatti shoora olaanaa qaban keessaa tokko.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa