Christian Post
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Christian Post, Religious organisation, Addis Ababa.
06/06/2026
"..Amma Anaaf gameera sabniikoo yoo na gargaaree malee"
Waggota 3 oliif waan danda'u maraan yaalameera.
Bakka Inni hojjetu Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaas mallaqa miliyoonaa Tokkoo ol baasuun Karaa dhabbata wajjin walii galtee qabu yaalchisaa tureera.
Amma yaaliin isaa sadarkaa biyya alatti yoo Ta'ee malee biyyaa kessatti furmaata dhabera.
Kana gochuuf immo Amma isaaf gameera.
Qarshii miliyoonaa 5 oltu gaafatame.
Dhukkubni isaas kaanseeri lafeeti
Lubbuu qaaliin Qarshii meeqanuu hin bitaamne hanqina mallaqa kanaf miidhamuf jetti
Namni kamu hamma danda'u shaayiif buna Keenya irra hirdhifnee
Utuu gumaachinefi yaalchifachuu dandeenya.
Hin tuffatina Waanuma dandeenyuun haa deggaruu
Yoo dhibee dhibee immo namoota haa qaqqabsifnu.
Maqaa: Habtamu Saka
CBE: 1000184416062
Coop: 1000032995474
Phone: 0925831759
Celebrating my 8th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
01/01/2026
2026
01/01/2026
#2026
Category
Website
Address
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Christian Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.