Oromia Insurance

Oromia Insurance

Share

We’re here to keep you informed, connected, and protected. Safeguard you & impact society positively.

Follow us for updates on our insurance services, customer tips, promotions, and community initiatives.

03/10/2026

Baga Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Arsadii Nagaan Geessan!
Ayyaana Gaarii!

እንኳን ለኢሬቻ ሆራ ፊንፊኔ እና ሆራ አርሰዲ በዓል በሠላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!

keessan nuuf Boqonnaa keessan nurraa #ኦሮሚያ ኢንሹራንስ #ስጋትዎን ለእኛ እረፍትዎን ከእኛ!

Photos from Oromia Insurance 's post 02/10/2026

Inshuraansiin Oromiyaa Jala Bultii Ayyaana Irreechaa 2019, Waajjirasaa Muummeetti Kabaje.

Inshuraansiin Oromiyaa jala bultii ayyaana Irreechaa 2019, bakka hooggantoonni olaanoon dhaabbatichaa, keessummoonni, hojjettoonni akkasumas, maamiltoonnisaa argamanitti sirna ho’aa ta’een kabajeera.

Sagantichi eebba maanguddootaan erga saaqameen booda, haasa’a baniinsaa kan taasisan itti aanaa hoji-raawwachiisaa (Chief Operations Officer) Inshuraansii Oromiyaa kan ta’an Obbo Taammanee H/Maariyaam, Uummata Oromoo bal’aafi hirmaattota Irreechaa maraaf ergaa baga geessanii erga dabarsaniin booda, Irreechi calaqqee nagaa, jaalalaa, tokkummaafi dhiifamaa ta'uu isaa yaadachiisuun, qajeeltoowwan Irreechaa kunneen aadaa hojiifi tajaajila Inshuraansii Oromiyaa waliin kan wal-simatan ta'uu ibsaniiru.

Itti dabaluunis, “Inshuraansiin Oromiyaa hojjettoota, maamiltootaafi qooda fudhattoota hunda jidduutti obbolummaa, tokkummaafi walitti dhufeenya barame daran cimsee, faajjii milkaa’inoota argamanii qabachuun, dhugoomina mul’ata dhaabbatichaaf hojjetaa jira.” Jedhan.
Xumurarrattis Obbo Taammaneen, Ayyanni Irreechaa bara kanaa ayyaana itti guddummaan, jaalalliifi tokkummaan biyyaa akkasumas, milkaa’inni Inshuraansii Oromiyaa itti danboobu akka ta’u hawwii qaban ibsuun yaadasaanii goolabaniiru.
Baga Ayyaana IrreechaaNagaan geessan!
Inshuraansii Oromiyaa

ኦሮሚያ ኢንሹራንስ የ2019ን የኢሬቻ በዓል ዋዜማን በዋና መስሪያ ቤቱ አከበረ

ኦሮሚያ ኢንሹራንስ የ2019 የኢሬቻ በዓልን ዋዜማ የኩባንያዉ ከፍተኛ የስራ አመራሮች፣ እንግዶች፣ ሰራተኞች እና ደንበኞች በተገኙበት በደማቅ ሁኔታ አክብሯል።

የበዓሉ አከባበር በሽማግሌዎች ምርቃት በተከፈተበት መድረክ ላይ፣ የኦሮሚያ ኢንሹራንስ ቺፍ ኦፕሬሽን ኦፊሰር አቶ ታመነ ኃ/ማርያም ባደረጉት ንግግር ለመላዉ የኦሮሞ ህዝብ እና ለሀገራችን ህዝቦች እንኳን የ2019 ዓ.ም የኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ በማለት፣ ኢሬቻ የምስጋና ፣ የአንድነት ፣ የሰላም ፣ የፍቅር እና የአብሮነት በዓል ነዉ ሲሉ ገልፀዋል፡፡

አክለውም፣ "ኦሮሚያ ኢንሹራንስ እንደእሴቱ በሁሉም ሰራተኞች፣ ደንበኞች እና ባለድርሻ አካላት መካከል ያለውን ወንድማማችነት፣ አንድነት እና ግንኙነት ይበልጥ በማጠናከር የኩባንያውን ራዕይ እውን ለማድረግ እየሰራ ይገኛል" ብለዋል።

በመጨረሻም፣ የዘንድሮው የኢሬቻ በዓል ለሀገሪቱ ታላቅነት፣ ፍቅር እና አንድነት እንዲሁም ለኦሮሚያ ኢንሹራንስ የስኬት እንዲሆን ያላቸውን ምኞት ገልፀዋል።
መልካም የኢሬቻ በዓል!

02/10/2026

🎉 A New Milestone for Oromia Insurance S.C.!

We are delighted to announce and celebrate the registration of 3,000,000 existing ordinary shares of Oromia Insurance S.C. (OIC) at Ethiopian Capital Market Authority (ECMA)—a significant milestone in our journey of growth, transparency, and value creation.

This achievement reflects the collective commitment, dedication, and contribution of our Board of Directors, Management, employees, shareholders, and esteemed customers, whose continued trust and support have been instrumental in our progress.

We extend our sincere appreciation to our Transaction Advisory, Wegagen Capital Investment Bank, Our Legal advisor (MALO) and Our External Auditors, TMSPlus for their professional guidance and invaluable supports throughout the process.

We also express our gratitude to the Ethiopian Capital Market Authority (ECMA) for granting a Letter of Approval of Registration Statement of our existing shares that enabled OIC to achieve this important milestone.

As we embrace this new chapter, we remain committed to strengthening our corporate governance, enhancing transparency, creating sustainable value for our stakeholders, and contributing to the development of Ethiopia’s capital market.
Congratulations to the entire OIC family! 🎊

Oromia Insurance — REST.ASSURED.

29/09/2026

Baga Torbee IRREECHAA Nagaayaan Geessan!
እንኳን ለእሬቻ ሳምንት በሰላም አደረሳችሁ!
Happy IRREECHAA Week!
. .

28/09/2026

‘OroPlus’ bilbila harka keessanii fayyadamuun, tajaajila uwwisa Inshuraansii hojii keessan, galii keessaaniifi maatii keessan eegu, bifa salphaafi mijataa ta’een argachuu isin dandeessisudha.
Fayyadamuufi hubachuuf daran salphaadha. Ammuma bilbila harka keessaniin, tasgabbii sammuu keessan mirka neessaa.
OroPlus akkamiin argachuun danda'ama?
1. ‘telebirr’ banaa!
2. ‘Medhin link’ filadhaa!
3. ‘Oroplus’ filachuun cuqaasaa!
4. Qajeelfamoota hordofuun Uwwisa filadhaa!
5. Kaffaltii Uwwisa filattanii raawwadhaa!
6. Xumurarratti fayyadamaa uwwisa filattanii taataniittu!

OroPlus (ኦሮፕላስ) ዲጂታል ኢንሹራንስ
‘OroPlus’ በከባድ አካል ጉዳት እንዲሁም በሕመም ምክንያት ሆስፒታል ቢተኙ የዕለት ተዕለት ገቢዎ እንዳይቋረጥ የሚያስችል የኢንሹራንስ ሽፋን የሚሰጥ ሲሆን፣ በተጨማሪም በድንገተኛ አደጋ በሚደርስ የሞትና የቀብር ወጪዎች ሽፋን ይሰጣል።
ኦሮፕላስ ‘OroPlus’ በኦሮሚያ ኢንሹራንስ የቀረበ ዘመናዊ እና አመቺ የዲጂታል ኢንሹራንስ ተጠቃሚ ይሁኑ።
ኦሮፕላስን እንዴት ማግኘት ይቻላል?
1.ቴሌብርን ይክፈቱ: በስልክዎ ላይ የቴሌብር (Telebirr) መተግበሪያን ይክፈቱ።
2."መድህን ሊንክ" የሚለውን ይምረጡ:
3. ኦሮፕላስን ይምረጡ: "OroPlus " የሚለውን ይምረጡ።
4.መመሪያዎችን ይከተሉ: የሚፈለጉትን መረጃዎች ይሙሉ እና ቀለል ያሉ እርምጃዎችን ይከተሉ።
በዋስትናዎት ይደሰቱ: ክፍያዎን በቴሌብር ያጠናቁ እና የመድን ማረጋገጫዎን ያግኙ።

27/09/2026

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan Baga Ayyaana Masqalaa Nagaan Geessan!
Ayyaana Gaarii isiniif haa ta'u!
Inshuraansii Oromiyaa

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል ይሁንላችሁ!
ኦሮሚያ ኢንሹራንስ

26/09/2026

Baga Ayyaana 'Daamaraa' Nagaan geessan!
Ayyaana Gaarii!

እንኳን ለደመራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!
. .

23/09/2026

Fuulleen salphaatti caccabuu danda’a. Garuu, uwwisni inshuraansii keenyaa baay’ee cimaadha.
Uwwisa Inshuraansii geejjiba Fuullee (Plate Glass) amanamaa ta’e, Inshuraansii Oromiyaa irraa argachuu hindagatinaa!
Inshuraansii_Oromiyaa

"መስታወት ተሰባሪ ነው፤ ግን የእኛ ዋስትና ጠንካራ ነው! ለመስታወትዎ አስተማማኝ ዋስትና (Plate Glass) ከኦሮሚያ ኢንሹራንስ ተጠቃሚ ይሁኑ!
ኦሮሚያ ኢንሹራንስ

21/09/2026

Inshuraansiin konkolaataa balaa tasaa, hanna ykn taateewwan hin eegamne konkolaataa keessan mudataniif; uwwisa inshuraansii kan kennu yoo ta’u, Isinis Inshuraansii Oromiyaa irraa uwwisa Inshuraansii konkolaataa argachuun imala keessan sodaa tokko malee taasisaa.

የተሽከርካሪ ኢንሹራንስ በአደጋ፣ በስርቆት ወይም ተሽከርካሪዎት ላይ ለሚያጋጥሙ ያልተጠበቁ ክስተቶች የኢንሹራንስ ሽፋን የሚሰጥ ሲሆን እርሶም ከኦሮሚያ ኢንሹራንስ የተሽከርካሪ ዋስትናን በማግኘት ጉዞዎትን ያለስጋት ያድርጉ፡፡

Address


Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Insurance posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.