ILAA TECH
Tajaajiloota si'atoo fi qulqullina qaban argachuuf, #ILAA_TEEK filannoo keessan jalqabaa haa ta'u! Telegram User ID: @ILAATECH1
18/05/2026
Amma AI Claud Lakkoofsa Biyya keenyaan Account banannee fayyadamuu dandeenya.
dur lakkoofsa alaa qofa nama gaafata ture.
Claud fayyadamaa jirtaa?? 😀👌😋
ILAA TECH 🫡
Ifoomaa Ayyaanaa Firdii
Lamesa Abara Takala
���
10/04/2026
“Borumtaa Yohannis utuu Yesus gara isaa dhufuu argee, "ILAA hoolicha Waaqayyoo, isa cubbuu biyya lafaa irraa fuudhu.”
Yoh. 1:29
Ifoomaa Lamesa A² #
ILAA TECH wiirtuu furmaata tekinoloojii ammayyaawaa!
Ilaa hoolicha Waaqayyo ☝️
🙏✝️
Follow us:
Telegram ID:
Telegram Channel:
Email: [email protected]
Tiktock: https://www.tiktok.com/.tech?_t=ZM-8xaGglghmQI&_r=1
Facebook: https://www.facebook.com/ilaatech1
YouTube: https://youtube.com/?si=N6NGgEhN42NnRItW
20/03/2026
Paaspoortii haaraa waggaa 10 oliif turu hin qabdanii? Qabaachuu barbaadduu?
Yeroo Gabaabaa:
Guyyaa lamaa fi Guyyoota 5 n gidduutti isin qaqqabu.
Yeroo Giddu Galeessaan:
Guyyoota Soddomaa hanga Afurtamii Shanii gidduutti.
Akkaataa filannoo keessaaniin isin tajaajilla!
Yoo odeeffannoo barbaaddanis nu dubbisaa!
Baasii fi dhamaatiin hin malle akka isin hin mudanneef eeruu,
Namoonni Passport waliin walqabatee gaaffii qabdan fi kallattii gaafachuu feetan, akkaataan marsariitii isaanii fayyadamuun isinitti ulfaate,…
Saddeettamii Tokko Soddomii Sadii irratti bilbiluun gaafachuu dandeessu. Tarii yoo Namni Afaan Oromoo hin dandeenye kaaseef, jijjiirsifachuu dandeessu.
Follow us:
Telegram ID:
Telegram Channel:
Email: [email protected]
Tiktock: https://www.tiktok.com/.tech?_t=ZM-8xaGglghmQI&_r=1
Facebook: https://www.facebook.com/ilaatech1
YouTube: https://youtube.com/?si=N6NGgEhN42NnRItW
04/03/2026
With Ethiopian Airlines – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
Follow ILAA TECH
23/01/2026
TAJAAJILA PAASPOORTII!
#Galmee Haaraa(New Registration)
#Beellama Qabsiisuu(New Appointment)
#Haaromsa (Renewal)
Follow us:
Telegram ID:
Telegram Channel:
Email: [email protected]
Tiktock: https://www.tiktok.com/.tech?_t=ZM-8xaGglghmQI&_r=1
Facebook: https://www.facebook.com/ilaatech1
YouTube: https://youtube.com/?si=N6NGgEhN42NnRItW
ILAA TEEK
ኢላ ቴክ
ILAA TECH
Wiirtuu furmaata tekinoloojii ammayaawaa!
Happy New Year! Wishing you a year filled with joy, laughter, and endless possibilities. May the new year bring you success, happiness, and all the things you've been dreaming of. Happy New Year!
2026 G.C
ILAA TECH center of modern technology solutions!
ILAA TEEK Wiirtuu furmaata tekinoloojii ammayyaawaa!
#2026
Category
Website
Address
Addis Ababa