Islamic Network
خادم الحرمين الشريفين
16/06/2026
🏵Qaphxiilee 10 Ijoo Wantoota islaamummaa Namichaa diiganifii (balleessan)
...................
🍀 1.shirkii Gochuu Ibaadaa Rabbii Keessatti
🍀2Namtichi waa godhachuudha rabbiifii lubbuu isaa jiddutti akka rabbitti isa dhiyeessituuf
🍀 3.Nama Mushrikaa tokko kufrii isaa Shakkuu .... Mushrikaa miti jattee ykn isaan dhugoomsu (karaan isaanii sirriidha jattee amanu)
🍀 4Namni yaadudha ...murtii rasuulaa ykn hukmii shari,aa irraa kan biraatuu caalaa ...
🍀5Namni tokko jibbuudha waan
Rasuullii s.a.w ittiin dhufee osoo ittiilleee kan hojjattu tahee
🍀 6.Namni qishnaa godhuudha Waan Ergamaan Rabbii S.A.W..ittiin dhufee ...uffataan tahuu nyaataan ...tahuu hukmii Amantaa Islaamaa tahuu f.k.kn
🍀7.Sihrii...barachuu ykn godhuu ykn nama sihrii godhu jaalachuu ...ykn dhugoomsuu .
🍀 8.Ummata mushrikaa gargaaru islaamarratti akka duuluuf
🍀 9.namni tokko yaaduudha amantii islaamaa gad lakkisaa ykn amantii kana caaltuu kiraa yaaduu
🍀10.Diin islaamaatti duuyda galuu ykn gahee takkallee dhabuu .Akkasumas barachuuf barsiisuu kessaa qooda dhabuu
Warra waan dubbisee ittiin gorfamee Itti Fayyadame Nu haa tasgabbii Fayyadame Nu Haa Taasisu.
Share godhaa Obboleeyyan keessaniif qoodaa
✍️ Daily Islamic reminders
Say Masha allah ❤️
75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"
07/06/2026
🧭🏵Dr Zakir Naik....
yeroo tokko Haasa’a isaa keessatti akkas jechuun dubbatee ture.
🍀wanti beekkamuu qabu addunyaa kana irratti dureessa ykn abbaa qabeenyaa 1ffaan eenyu jedhanii osoo na gaafatanii deebiin koo hin beekamuudha.
🍀Sababni isaa Akka amantaa Islaamaatti of garsiisuun dhoorgaa waan ta’eef, warroota qabeenya isaanii Ulfeessanii himuun Agarsiifachuun hin Hayyamamneef baayyeetu jira kanaafi.
🍀akkasumas Namni bareedaan addunyaa kanaa eenyu yoo naan jedhanis hin beekun jedha. Warri sadarkaa irra kaa'ame sun warra of beeksise qofa. Kan Beauty Contest (Dorggommii bareedinaa) irratti hin hirmaanne osoo hirmaatee ammoo hunda caaluu danda'u hedduu mana keessa jira, fakkeenyaaf Dubartii Hijaaba,Niqaava Uffattu Tan Dorgommiin Of Agarsiisuu Qaama ofii garsiisuu Irratti Hirmaachuun hin yammamneeftu jira waan ta’eef…!
🍀Waluma galatti Aamma Abbootiin Qabeenyaa 1ffaa 2ffaa jedhamuun akka addunyaatti kanneen himaman beekkaman kun Warra of beeksisee Qabeenya ofii Na argaaf Himatee galmmeessifateedha.
🍀Bareedduu fi Bareedaa Modeela Addunyaa kanneen jedhamaniis akkasuma warra Of garsiisee of beeksiseedha akkasittin deebisa jechuun dubbate!
🍀Raka'aa Lama Kan fajrii durattii Salaatamu Addunyaa Fi Waan isii keessa Jiru guutuumattii Caala Jedhan Ergamaan Rabbii Nabii Mohammed
S A W❤️
Hadiisni kun Sahih Muslim keessatti gabaafame (Hadiisa Lak. 725)
Kana gootee taanaan
Ati Irra dureessa Ilma Namaati
Ergaa gaarii Kana share Godhaa Obboleeyyan keessaniif qoodaa Aksiyoona keyrii Bitadhaa
Dr Zakir Naik Rabbiin Aafiyaa waliin umrii isaa Nuuf haa dheeressu.
✍️ Daily Islamic reminders
75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"
Say Masha allah ❤️
75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"
🤲🤲🤲🤲🤲
75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the place of worship
Website
Address
Mekka
Addis Ababa