Bade
use it!
22/05/2024
πππ
03/11/2023
it is good to know yourself.
28/10/2023
maalif ofii kee hin hojjetu π π π π
27/02/2023
β
Qeesiin Ameerikaa beekkamaan Hilarion Heagy Islaamawe. Namni kun gara amantii Islaamaa dhufuun isaa ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa akkasuma hordoftoota Kaatoolikii biratti tahee jira. Hilarion maqaa isaa Saβiid AbduLlaxiif tti jijjiirratuu hime.
Obboleessa keenyaaf Rabbi sabaata haa kannu.
22/02/2023
β
Subhan Allah, a Syrian brother was rescued after 13 days of being under the rubble, and water was his first request..
May Allah help them all
22/02/2023
πͺπ
Rizqiin teessan: πSoomana duratti
Yoo samii keessa jiraatte Rabbi haa buusu !!
Yoo dachii keessa jiraatte Rabbi haa baasu !!
Yoo fagoo jiraatte Rabbi haa dhiheeysu !!
Yoo waa xiqqo taate Rabbi haa heddummeeysu !!
Yoo hedduu taate Rabbi haa barakeeysu !!
Yoo isin bira jiraatte Rabbi harka keessan keessa haa naqu !!
βοΈ Team Sheikh Aadam Tuulaa
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Asandaabo
Jimma
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Bade posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.