Muhaammad Milkii

Muhaammad Milkii

Share

Muhammad milki

Photos from Muhaammad Milkii's post 13/10/2025

Ganda Saafogattii M/B saafogetti sirnii kabaja guyyaa Ayyannii Alabaa Geeggeffama jira

03/10/2025
03/10/2025

Baga Irreecha Malkaa nagaan geessan.

ā€ŽIrreechi sirna galateeffannaa Oromooti. Oromoon ā€˜Sanyiin namaa horee kan baay’atu, kan faca’e du’aa ka’ee ija kan godhatu, atoomsaafi gargaarsa humna waaqaatiini’ jedhee dhugeeffata. Irreechi yoo gahu Waaqa Leemmoo garaa Taliilaa waan isaa godheef galateeffatee; kan dhufuuf araaraafi wagii gaafachuuf ā€˜hoo quba’ kan jedhuuf kanaafi.
ā€ŽAkka falaasama Oromduriitti, Oromoon bishaaniif iddoo guddaa qaba.Bishaan madda qulqullinaa, bu’uura uumamaafi jireenyaa godhee dhugeeffata. Yoo kadhatus ā€˜Waaqa uumaa, Waaqa uumamaa, Waaqa Burqaa Walaabuu’ jedha.
ā€ŽIrreechi bara kanaa wayita Itiyoophiyaan bishaan laga Abbayyaa fedhii Anniisaa lammiilee ishee guutuuf ,Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa eebbifattetti, kabajamuun isaa gammachuu keenya dachaa taasisa.Baga gammaddan! Baga gammanne !
’Sabni malkaa hin qabne, Saba mataa hin qabne’! akkuma Oromoon jedhu, biyyi ulaa galaanaa hin qabne, biyya jiruu hin qabne jennee, uummata keenyaaf badhaadhina fiduuf; Hulaa Galaanaa karaa seeraafi nagaa bu’uureffateen qabaachuuf hojjachaa jirra. Tattaaffiin roga Kanaan gochaa jirrus addunyaa biratti fudhatama argachaa jira.
Waggoottan darban keessatti; ilaalama haaraa, falaasama ida’amuutiin masakamnee; qabeenya, muuxannoofi beekumsa biyyi qabdu,uummata keenya waliin hooggansa bilchaataafi kutannoon guutame kenninee, Waaqnis nu gargaaree rakkoowwan heddu keessatti jijjiiramoota raajii ta’an galmeessinee jirra.
ā€ŽBara 2018ttis, duudhaalee Irreechaa; nagaa, araaraafi tokkummaa kudhaammannee, olka’iinsa biyya keenyaa mirkaneessuuf, qormaataaf osoo hin jilbiiffatin cichinee akka hojjannu dhaamuun barbaada.
ā€ŽIrra deebiin Irreechi kan milkii nuuf yaa ta’u! Qarruu Malkaa oofkalaa ! Gadaan Quufaaf Gabbina.
ā€ŽItiyoophiyaan tattaaffii ijoollee ishiitin sodaatamtee, kabajamteefi badhaatee bara baraan haa jiraattu !
ā€ŽWaaqni Itiyoophiyaa fi ummattoota ishee haa eebbisu !
ā€ŽFulbaana 23, bara 2018

Mobile uploads 24/09/2025
Photos from Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia's post 24/09/2025
24/09/2025

"Dagannaa tokko Malee,Injifannoo Siyaasan argannee,Nageenya Waaraan Dabaalun, Misoomaan haa DhugoomsinuāœŠļø

Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 24/09/2025

Category

Telephone

Website

Address


Oromia
Robe

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhaammad Milkii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Robe.