Daily Oromia

Daily Oromia

Share

Justice & freedom for Kush people in Ethiopia.

06/10/2026

Ijoollee Safuu hin beektu?

06/06/2026

Oromiyaan yeroo ammaa rakkoo bulchiinsaa fi nageenyaa cimaa keessa jirti. Ilaalcha keenya keessatti, erga Obboo Shimelis Abdisa (PMNO) hoggansa ta’anii as, miidhaan uummata Oromoo irra gahe dabalaa dhufe jedhee mul’ata.

Uummanni qe’ee fi qabeenya isaa irratti miidhaa argaa jira; nageenyi laafate; tajaajilli mootummaa gadi bu’e. Akkasumas, gareen “Maafiyaa 120” jedhamu hojii hidhannoo fi miidhaa uummata irratti raawwataa jira jedhamee komiin ni ka’a.

Haalli kun hundi gaaffii itti gaafatamummaa cimaa uuma. Uummanni Oromoo hoggansa:

• saba guutuu bakka bu’u,
• iftoomina qabu,
• garee tokko qofaan hin hundaayne
barbaada.

Yaadni kun yaada dhuunfaa keenyaa qofa ti; Oromiyaa guutuu bakka hin bu’u.

Photos from Daily Oromia's post 05/24/2026

Boardwalk bakka jedhamutti warra appaartamaa fi kondo kireessan biratti hojii wardiyyummaa hojjedha.

Want your business to be the top-listed Media Company in Silver Spring?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Silver Spring, MD

Opening Hours

Monday 9am - 5pm
Tuesday 9am - 5pm
Wednesday 9am - 5pm
Thursday 9am - 5pm
Friday 9am - 5pm